Sadarkaa Galmee

👑 Diamond - 150,000 ETB Sadarkaa Guddinaa Ol-Aanaa, fi Geggeessummaa, Dhaabbata keessaa nama addaa t’uun sadarkaa kana geessa. Tajaajila premium, deeggarsa dhuunfaa fi carraa hojii bal’aa argatta. akkasumas BNC irraa dhibbantaa 25% nii argatta Badhaasa dhaabbati qopheessuuf kaadhimamaa taata.
💠 Platinum - 80,000 ETB Sadarkaa Nama Addaa fi Guddinaa Olaanaa Namoota hojii isaanii sadarkaa cimaatti geessaniif.Carraa hojii bal’aa, tajaajila addaa fi deeggarsa olaanaa argatta.BNC keessatti nama amanamaa fi Dhibbantaa 20% argatu taata.
🥇 Gold - 55,000 ETB Sadarkaa Milkaa’ina Ifaa Namoota hojii isaanii guddifachuu barbaadaniif.Faayidaa addaa, akkasumas kan namoonni baayyeen irratti argaman, kan jaallatamuu fi dhaabbata irraa Dhibbantaa 18% kan argattu.
🥈 Silver - 30,000 ETB Sadarkaa Tarkaanfii Guddaa Dandeettii kee gara hojii dhugaatti jijjiiruuf.Leenjii addaa, hojii waliin hojjechuu fi carraa galii Dhaabbata irraa Dhibbantaa 15% argatta.
🥉 Bronze - 18,000 ETB Sadarkaa Jalqabaa Milkaa’inaa Namoota hojii isaanii jalqabanif carraa guddaa.Barnoota bu’uuraa, deeggersa BNC fi karoora guddinaa akkasumas Dhaabbata irraa Dhibbantaa 10% Argatta.