Ibsa galmee BNC

Sadarkaa galmee keetiif qajeelfama sirrii argadhu

Namni BNC keessatti galmaa'uuf dhufu, jalqaba sadarkawwan jiran, faayidaa isaanii, komishinii irraa bu'aa akkam argatu, akkasumas maal akka irraa barbaadamu ifatti hubachuu qaba. Fuulli kun kana hunda tasgabba'aa fi haala nama hawwatuun siif ibsa.

Galmee irratti maaltu barbaachisa?
Sadarkaa jiran

Bronze irraa kaasee hanga Daimand (VVIP) tti, sadarkaan hundi faayidaa fi guddina addaa qaba.

Commission

Namni tokko galmee qofa irraa osoo hin taane, hojii isa booda dhufu hunda irraa bu'aa qaba.

Faayidaa

Leenjii, network, deeggarsa, fi carraa hojii keessatti sadarkaan hundi si guddisuuf qophaa'e.

GALMAA'UUF MAALTU BARBAACHISA?

Haala fedhii fi kaka'umsa ati qabduun

Namni galmaa'uuf dhufu, dura waan muraasa sirriitti beeku qaba. Kun hojii isaa keessatti rakkoo hin uumne, murtoo sirrii akka fudhatu isa gargaara.

Maqaa fi odeeffannoo sirrii

Maqaa kee, lakkoofsa bilbilaa, fi odeeffannoo galmee keessatti barbaachisu sirriitti guutuun dirqama.

Ref / invite code

Nama si afeeree gaafachuun, ref. code siif kenname galchuun galmee kee jalqabuu.

Sadarkaa filatame

Bronze, Silver, Gold, Platinum VIP, ykn Gold VVIP keessaa kan siif mijatu filachuun tarkaanfii jalqabaa dha.

Fedhii fi murannoo

Galmeen kun kan hojii itti fufiinsaa fi guddina qabu waan ta'eef, murannoo fi kutannoon barbaachisa.

SADARKAA GALMEE BNC

Maaliif akka wal caalan hubadhu

Sadarkaan tokko kan biraa irraa garaagarummaa qabu gatii qofa irratti miti; faayidaa, commission, deeggarsa, fi carraa hojii irratti illee garaagaraa qaba.

🥉
Jalqaba

Bronze 18,000ETB

Namoota BNC keessatti haalaan jalqabuu barbaadaniif mijataa.

Sadarkaan kun maaliif filatama?
Namni sadarkaa kana filatu, faayidaa caalmaa fi guddina isaa irratti tarkaanfii ifa ta'e ni argata.
Commission irraa bu'aa guddaa qaba
🥈
Guddina

Silver 30,000ETB

Namoota hojii isaanii cimsanii gara sadarkaa ol'aanaatti tarkaanfachuu barbaadaniif.

Sadarkaan kun maaliif filatama?
Namni sadarkaa kana filatu, faayidaa caalmaa fi guddina isaa irratti tarkaanfii ifa ta'e ni argata.
Commission irraa bu'aa guddaa qaba
🥇
Kutannoo

Gold 55,000ETB

Namoota hojii isaanii irratti kutannoo qabu, bu'aa isaanii guddisu barbaadaniif.

Sadarkaan kun maaliif filatama?
Namni sadarkaa kana filatu, faayidaa caalmaa fi guddina isaa irratti tarkaanfii ifa ta'e ni argata.
Commission irraa bu'aa guddaa qaba
💠
Ol'aanaa

Platinum/VIP 85,000ETB

Namoota sadarkaa ol'aanaa keessatti dursa argachuu fi faayidaa bal'aa barbaadaniif.

Sadarkaan kun maaliif filatama?
Namni sadarkaa kana filatu, faayidaa caalmaa fi guddina isaa irratti tarkaanfii ifa ta'e ni argata.
Commission irraa bu'aa guddaa qaba
💎
Hundarra cimaa

Daimand/VVIP 150,000ETB

Sadarkaa hundarra cimaa; namoota bu'aa, kabaja fi carraa guddaa barbaadaniif.

Sadarkaan kun maaliif filatama?
Namni sadarkaa kana filatu, faayidaa caalmaa fi guddina isaa irratti tarkaanfii ifa ta'e ni argata.
Commission irraa bu'aa guddaa qaba

Commission namni tokko akkamitti argata?

Bu'aan commission namni tokko argatu, miseensa isa qofaa irraa miti. Nama isa booda dhufu hunda irraa, hojii sirriitti hojjete hunda irraa, akkasumas guddina network isaa irraa itti fufa. Kana jechuun komishiniin gadi qabeessa deema; bu'aan isa durii qofa osoo hin taane, hojii isaa irraa ijaaramaa deema.

1. Sadarkaa filadhu Kan siif mijeessu filachuun qofa hojii jalqabaati.
2. Galmee sirrii guuti Odeeffannoo kee keessatti dogoggora hin dhiisin.
3. Hojii kee jalqabi Galmee booda commission fi guddina keetti seeni.
4. Guddina itti fufi Namoota haaraa fi hojii cimsuun bu'aa kee dabali.
Join Now